Isaiah 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi nad'eeni torba d'iira toko qabde waan jettuuni, Nu dandeenne daara ufi baamne sagale ufi kenninna, ammo atini ch'eera nu d'owi, d'iirsa nuu tahi, ha maqa kanke ch'allaani nu yaamaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san dubartoonni torbaa dhiira tokko qabanii, «Nu'u nyaatuma keenna nyaanna; uffatuma keenna uffanna, nu'u maqama kee calla'aan waamamnaa; salphinna nu irraa buusi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san dubartooti torba dhiira tokko qabattee, «Nuuti sagaluma teenna hin nyaanna; woyaalle teennuma uffanna; salphinni keenna akka hafu, maquma keetiin waamannuu ti» hin jetti.