Isaiah 4:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi dame lafa keesa jirtu ch'ufa guddise mid'aadu tolchu. Nami Israelii ch'ufti, ka hafe, mid'aani lafti sunini baaftu iraa gammade, kiyyibaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san haafni muka Rabbii kabajjama'aa fi ka bareede ta'a; daraaraan lafaa worra Israa'elii ka badii irraa hafaniif boonaa fi ulfinna ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san wonni Mootiin Waan Maraa lafa irratti lachisiisu ka miidhaguu fi ka ulfinna qabu hin te'a; midhaan muka lafa irratti latulle kolbaa Israa'elii worra baraaree hafeef, kooraa fi ulfinna hin te'a.