Isaiah 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaara Sionitiifi nama achiti wolti d'ufu AABBO Waaqi guyyaa dumansa iti erge halkanile aarafi ibida bobau iti erga. Guddinni Waaqaa dira suni dumansaani d'ossa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi gaara Tsiyoonii irraa fi worra achitti wol gayan maraa irratti guyyaa duumessaa fi aara; halkan ifa ibiddaa ka mallisu uuma; ulfinna isaa maraa irra golgatu ta'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa gaara Xiyooniitii fi worra achi irratti wolitti qabamane mara irratti guyyaa duumensaa fi aara, halkan ibidda bobe'u hin dada; ulfinni isaalle qachaa san guutumatti itti hin gonbooba.