Isaiah 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni isaa gaadisa tahe oowa guyyaa balleese, fulla nagaya, ta bokayafi bubbe iti qobatani, tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka oo'a guyya'aatiif gaaddisaa fi ka waa nama irraa dhooggu; ka roobaa fi kirfaffuu jalaa itti dheessanii fi hulee itti daadayatanii fi irkoo ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gonboobi sun yennaa o'a adu'uu, gaaddisaa fi waan jalatti qophatanu, yennaa bubbe'eetii fi bokkeyaa addee itti baqatanuu fi addee itti dhokatanu hin te'a.