Isaiah 40:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me ilaala, AABBO Waaqi guddaani irreeni d'ufu jira, aka lafa mohatu; inni gumi harka nyaapa keesaa baaseni d'ufuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo Rabbiin waa maraa olii hunnaan dhufa; hunna ufiitiin bulcha; kunoo gatiin isa woliin jira; gatiin kaffalullee isuma woliin jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Goottaan Mootiin Waan Maraa, hunnaan hin dhufa; irree ifiitille'een hin bulcha. Kunoo, gatiin inni kennu, harka isaa jirti; waan kaffalu ifi duraa qaba.