Isaiah 40:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka tissituuni hori tissitu gumi ufi tissu jira; ammalle ilmoole wolti guure hampaare qomati qabata, hawani isiile laanuma bobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tika ufii akkuma tisse'eetitti bobbaasa; ilmoolee irree ufiitiin wolitti qaba; ammuu keessatti isaan qaba; worra hoosisanillee seerumaan isaan masakka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka tisse'ee, hoolee ifii hin tissa; inni akka ilmoolee hoole'ee harka ifiitiin wolitti qabaa, habbaarata; haadhotii ilmoole'ee malaan sooressa.