Isaiah 40:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa durati gochiti ch'ufti woma keesa injirtu, d'impu bisaani fakaati. Lafti fago ta bisaani jiddu jirtuleeni akuma awaara sablatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo baniin akka copha waabaa keessaati; akka daaraa madaallii irra jiruutitti laakkayaman; Lafa bisaaniin marfamte akka daaraa bullaaya'aatitti isaan madaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaatuu akka copha bisaanii ka sakkeelloo keessaa ti; isaan akka bukuu madaala irraa ti; kunoo, inni oddoolota akka bukuun kaatu hin kaasa.