Isaiah 40:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensi badda Lebanoni keesa jiruleeni ch'ufti sorio Waaqa keennaa baasani ingahu, mukhi isiileeni qoraani ibidaa ingahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Libaanos ibidda ciinca'aatiif hin geettu; laakkobsi horii isi'ii ciincaa ciincayuuf hin gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki Libaanon keessaa ibidda addee ciinca'aatiif hin gewu; bineensoti achi keessaalle ciinca'aaf hin geyanu.