Isaiah 40:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan hogeesi harkaani mid'aaseeniti. Yokhaani ka tumtuni Worqiini mid'aasite, waan qarsiini mid'aasani jala dad'abdeeniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakii bocame ka ogummaa harkaa qabutu boca; ka worqii bassu worqii itti maxxansa; haada sibiilaa ka meeti'ii tolchaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa dharaa, nama hujii harkaa beekutti boca; nami worqii baqisiisu worqii itti gonfa; haachaba meeti'iille itti seesa.