Isaiah 40:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi Yerusalemu dubbi dansa iti dubbad'a. Waan jettaniini, gaargali keesani guddaani ya hobae, daba keesani amma la isanii araaramani. Anini maro daba keesanitifi yayu guddo isani gaargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemitti salphisa'aa himaa'a; isi'itti labsaa'a; barri garbumma'aan tajaajilte gayeera; gatiin cubbuu isi'ii kaffalameera; waan cubbuu ufii maraaf Rabbiin harkaa dachaa lama fudhatteerti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhi-laafumma'aan Kolbaa Yerusaalemiititti dubbadha'aatii, itti lallaba'a; barri garbummaa isaanii dhumateera; gatii cubbuu ifii maraaf, harka Mootii Waan Maraa irraa adabbii dachaa lama fudhataneeran» jedha.