Isaiah 40:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami irre qarsifi worqiini horatu inqamne mukhu inhuroomne filate hogeesa dansati geese, akheekha inqaarine mid'aafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeessi dhabaan kennaa akkanaa dhiyeessuu hin dandeenne; muka hin xiinxanoofne filata; fakii hin kufne dhaabu'uuf ogeessa beekkamaa barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami deegi kennansa akkasii kenniisaaf hin dandeenne, muka dafee hin hurroonne filata. Fakkii hin jinne dhaabbatiisaaf, ogeessa nama hujii harkaa beeku barbaadata.