Isaiah 40:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami uume nama barch'uma isaa ira gubba waan ch'ufaa tau; nami isa jalati didiqaate tut'i fakaata. Inni gubba aka golla ballise, aka waaro nami keesa tau tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni korboo lafaa gubbaa teessoo ufii irra taa'a; baniin isi'ii akka awwaannisaati; samiiwwan akka golgaa diriirsa; akka daasee keessa jiraataniititti isaan dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni biyya lafaatiin gubbaa barcumaa mootummaa ifii irraa tee'a; kolbaan biyya lafaa isa duratti akka korophiisaa ti; Inni ol-gubbaa akka golla'aa hin diriirsa; akka dunkaanii keessa le'anuulle hin dhaaba.