Isaiah 40:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama irre qabu, ka lafa fidu, balleese, nama woma keesa injirre tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota waan diqqoo; worra adunyaa tana bulchan akka waan hin jirree isaan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qondaaltota akka womaa hin te'initti, bulchitoota biyya lafaalle akka hin jirree godha.