Isaiah 40:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mukha diqaya d'io oobrani, ka hidda imbaasini, fakaata. Yo AABBO Waaqi bubbe gadi ergu, gogoge aka bua buuyo bubbeeni fuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaabamanii uduu womaa hin turre; facaafamanii uduu hagamillee hin turre; Hidda gad fageeffachuu uduu hin jalqabne; itti bubbise; isaanillee hin gogan; haboonbolattiin akka bura'aatitti haxaayee isaan fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka biqiltuu reefuu dhaabanteetii fi akka midhaan reefuu facaafamee, adoo hiddi isaanii hin qabatin, inni hafuura itti baafannaan goddeetii fi akka hicaacee hobonbolattiin haxoottee ti.