Isaiah 40:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Yakobo, atini maanifi gungumte, AABBO Waaqi gaargala kiyya imbeekhu yokhaani yo na dabsanile, inni woma ira inqabu, jetta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob! maaf akkana jetta? Israa'eel! maaf akkana dubbatta? «Karaan kiyya Rabbiin jalaa dhokateera; Waandhi kiyya murtii tiyyatti lash jedheera» maaf jetta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yaaqoob, ee Israa'el, «Karaan kiyya Mootii Waan Maraa duraa dhokateera; Waaqi haajaa kiyya naaf hin ilaalle» jettee maaf gungunta?