Isaiah 40:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani imbeetani? Isani ind'ageenne? AABBO Waaqi Waaqa haga jiru jireenna jiru; lafa ch'ufa haguma geetuuni isumati uume. Inni dad'abe illaafu. Nami tokoleeni herega isaa inhubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin beettuu? hin dhageennee? Rabbi Waandhi bara baraa ka daangaa lafaa mara uume. Hin dadhabu; hin laafu; hubannaa isaa eennullee qoratee bira gayuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati hin beennee? Ati hin dhageennee? Mootiin Waan Maraa Waaqa bara baraa ti; biyya lafaa duudii ka dade isa; Inni ijjumaa hin dadhabu yookiin hin laafu; eennulle hubantii isaa qorqoree bira gewuu hin dande'u.