Isaiah 40:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni toko lalabde waan jettu, lafa aloo keesati daandi AABBO Waaqaa mid'aasa! Lafa gamooji keesa kara qajeela Waaqaa mid'aasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan nama labsii himuu akkana jedha, «Karaa Rabbii; lafa gammoojji'ii keessatti qopheessaa'a; karaa ijoo Waaqa keennaa; lafa onaa keessatti midhaassaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon nama goomolee keessaa lallabu tokkoo, «Goomolee keessatti karaa Mootii Waan Maraa qopheessa'a; Gammoojjii keessatti karaa guddaa Waaqa keennaaf qajeelcha.