Isaiah 40:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni toko waan jettu, Qonqo tana biyyati lalabi! Qonqooni anini biyyati lalabu tami? Qonqooni suni tana: Nami ch'ufti aka buuyo jira, mid'aagumti isaanileeni akuma daraara jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan tokko, «dubbii raagaa iyyii labsi» naan jedhe; anillee, «Maal jedhee iyya?» jedhe; «Namni maruu akka margaati; ulfinni isaa maruu akka abaaboo raasa'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon takka, «Iyyi» naan jette. Anille, «Maan jedhee iyya?» jedhee gaafadhe. Qoonqoon sun, «Nami marti akka marraa ti; ulfinni isaanii marti akka daraaraa diida keessaa ti.