Isaiah 40:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, d'uguma buuyooni gogodde, daraaraleeni imbada, ammo dubbini AABBO Waaqa keenna haga jiru jireenna teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Margi hin goga; abaaboonillee hin harca'a; dubbiin Waaqa keennaa garuu baraa haga bara baraa jabaatee jiraata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marri hin qoora; daraaraalle hin harca'a; jechi Waaqa keennaa ammoo, haga bara baraa jabaatee le'a» jette.