Isaiah 41:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'u, Isani worri lafa fago, ch'allisa, na ch'aqasa! Waan dubbachuu feetani kurfefad'a; koota, dubbad'a. Koota, wolwoldeenne, nama d'uga qabu ilaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin baniin lafa bisaaniin marfame irra jiraattan! cadhisa'aa dhagaa'a! baniin hunna ufii haa haarawoomfatanii; gara afo'oollee bayanii haa dubbatanii; murtii irratti wol haa geennuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isin worri oddoola keessaa, na duratti cadhisa'a! Gosi biyya adda addaa jabeenna ifii haareffattee, gara kiyya dhikaattee dubbattuu ti; addee mura'aatitti wol dhagginuu ti.