Isaiah 41:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nyaapa keesani barbaadanile inagartani; nami isani had'uleeni dandae woma isani intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati diintota kee hin soxxa; garuu isaan hin argitu; worri lola sitti kaasan; sirima akka waan hin jirree ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati diinota keeti yoo barbaaddelle, isaan hin dhaggitu; worri si lolu akka waan hin jirree hin te'an.