Isaiah 41:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja hiyyeesi d'ipu qabu bisaani barbaade d'abu, ka lubbuuni isaa d'eebuuni gogodde, anini, AABBO Waaqi, kad'acha worraa d'agaya; anini Waaqi Israeli deebie worra illakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiinii fi worri rakkatan bisaan soqatan, garuu hin argatan; sababa dheebu'uutiif yoo kokkeen isaanii goge, Ani Rabbi kadhaa isaanii hin dhagaya; Ani Waandhi Israa'elii isaan hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hiyyeeyyi'ii fi worri rakkataan, bisaan hin barbaadatan; ammoo hin dhaggatanu; arrabi isaanii dheebu'uun gogeera. Ani Mootiin Waan Maraa ammoo daadimata isaaniitiif deebii hin kenna; ani Waaqi Israa'elii isaan hin lakkisu.