Isaiah 41:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaara gubbaani isaa adaala ira galaana yaase, baleele maddisiisa, anini lafa gamooji haro bisaani tolche, lafa goddule madda bisaani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tulloota gogan irra laga kiyya yaasa; dhooqa keessaallee burqaa bisaaniititu yaa'a; lafa gammoojji'ii hulee haroon itti kuufamu; lafa gogaa akka bisaan keessaa burqu taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani koobota godduu irraa lagi akka yaa'u; dhooqa keessaa maddi akka burqu hin godha. Goomolee gara baleessaa, lafa godduu gara maddaa hin deebisa.