Isaiah 41:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan kana arge imbeekha, aka anini AABBO Waaqi akasi tolche. Ammalle aka Waaqi qulqullooni Israeli waan suni tolche inhubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani waan kanniin godhuuf ani Rabbi akka harka kiyyaan hojjadhee fi ani woyyichi Israa'elii akka uume maruu arganii akka beekanii qaabata'aa hubataniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre kolbaan marti waan kana dhaggitee hin beetti; harki Mootii Waan Maraa tana akka godhee fi Woyyichi Israa'elii tana akka dade nami marti qalbeeffatee hin hubata» jedhe.