Isaiah 41:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO, Waaqi hayyuuni Israeli, waan kana jed'a. Isani waaqoota gosa d'ibi, dubbi qabdani dubbad'a. Waan jechu feetani jed'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mootiin Israa'elii akkana jedha, «Yaada keessan dhiyeeffadhaa'a; ragaa keessanillee fidadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, mootichi Israa'elii, «Haajaa keessan dhikeeffadha'a! Falmii teessanille himadha'a!