Isaiah 41:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan takaa tana nuti hima, duuba aka isani waaqoota sunini beenna! Waan dansa tolcha, yokhaani waan hamtuuni gadi koota; nu sodaachisa, nu mudamsiisa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee waaqa tolfamaa ta'uu keessan akka beennu waan uf afoo ta'u maraa mee nutti himaa'a; mee waan mishaa godhaa'a; yookaan mee nu isin arginee sodaannee akka raafamnu waan hamaa godhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin waaqota teetane akka beennuuf, me waan ammaa achi te'u nutti hima'a. Nuuti rifannee akka sodaannuuf, waan dansaa yookiin waan hantuu huja'a.