Isaiah 41:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini namicha ilaboru tau toko fohad'e, lafa mirgaa haasisa. Inni hayyoota aka d'oqe ira ejaanjata, aka nama okote faara mid'aasu ka d'oqe d'id'itu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi bulchaa tokko gara kaabaatii kaaseera; innillee dhufeera; inni ka maqaa kiyya waamuu fi ka gara baya biiftu'uutii dhufu; akkuma namni faara dhayu biyyee faaraa dhidhiitu innillee bulchoota dhidhiita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani kaaba irraa nama tokko kakkaaseera; innille hin dhufa; gara aduun baatuun ka dhufu ka maqaa kiyya waammatu, Inni akkuma nami faara dhowu biyyee faaraa dhidhiitu, bulchitoota akka dhoqqe'ee hin dhidhiita.