Isaiah 41:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani keesa, eenuti wonti sunini intaati jed'a, aka nu dandeenne inni d'uga dubbate jennu? Nami akasi jed'u injiru, nami tokoleeni ka waan isani jettani d'agaye injiru!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka beennuu fi wonti kun dhuga'a jechuu akka dandeennu ka waan kana duruma irraa jalqabee dubbate eennu? ka waan kanaaf ibsa kenne yookaan ka labsii labsisiise isin keessaallee ka waa dubbate hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan kana akka beennuuf, ka duraan dursee dubbate eennu? Nuuti, ‹Inni dhugaa jedhe› akka jennuufille, ka dur dubbateeru eennu? Eennulle hin dubbanne. Nami waan kana dubbate tokkolle hin jiru; jecha keessan ka dhage'e tokkolle hin jiru.