Isaiah 41:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waaqoota d'ara suni millad'e. Worra, nama tokole ka wo jed'u, d'abe. Worri nami tokoleeni ka waan anini gaafad'e nati himu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa uf duuba midhadhee laalu eennullee hin jiru ture; waaqolee tolfamaa keessaa ka waa gorsu hin turre; hennaa ani gaafii gaafadhu ka deebii naa deebise hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara waaqota dharaa yennaa ilaalu, isaan keessaa gorsa ka kennu hin jiru; yennaa ani isaan gaafadhulle ka deebii naaf kennu hin jiru.