Isaiah 41:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hordofe reebe, ka miili isaa aka waan barisu jiru nagayaani worra d'aqaba!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa namni armaan dura irra deemee hin beenne irratti hennaa inni dafee isaan ari'u miidhaan tokkollee isaan irra hin gayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaan ari'aa, rakkoo malee dabare; karaa miilli isaa qara irra ideemee hin beenne deeme.