Isaiah 41:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti waan kana tolchisise d'aloota qara dabre ch'ufa ga yaama? Anini, AABBO Waaqi, gaafa uumama injira, ammalle gaafa muummele inuma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kun ta'u ka godhe eennu? akkaataa seenaan itti deemu ka tooyatu eennu? Ani Rabbi duruma jira; dhalootaan maayessallee anumatu jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun akka teetu ka godhee fi ka muummesse, Jalqabumaayyuu dhalooti marti akka jiraatanu ka godhe eennu? Ani Mootiin Waan Maraa ka dhaloota duraatii fi dhaloota duubaa wolille'een jiru, ani isuma.