Isaiah 41:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa fagoleeni waan anini tolche arginaani mudame holate, wolti bahe ga d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin lafa bisaanii marfamte irra jiraatan hin sodaatan; waan ani hojjadhe maraa arganii nayan; wol gayanii tokko ta'anii gara kiyya dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan oddoolota keessa leetu waan ani godhe kana dhaggitee sodaatte; worri qaccee biyya lafaa jirulle romme; isaan wolitti qabamanee gara kiyya dhufane.