Isaiah 42:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa fago keesa tauleeni ha AABBO Waaqa faarse guddisu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin haa kabajjanii; daangaa biyya maraatittuu galata isaa haa labsanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraatiif ulfinna kennanuu ti; leellisa isaalle worra oddoola keessaatitti lallabanuu ti.