Isaiah 42:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka janna had'iisa d'aqa; inni had'iisaa kurfefate guddo eegachuu jira. Inni lalabe iyye nyaapa isale dabsata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka loltuu jannaatitti baya; laagaa ufii ol qabatee lola labsa; diintota ufiillee hin mooyata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka nama hunnaamessaa hin duula; akka nama gootaa hinaaffaan isaa isa keessaa hin kakkaati; inni qoonqoo guddo'oon geerarsa lolaa hin geerara; diinota ifiille hin injifata.