Isaiah 42:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya balla kara worri imbeenne gulaani deema. Anini dukana worraa ifsa tolche, lafa gooro qabdu worraa dirirsa. Waan kana anini tolchu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ijaan hin argine karaa dura isaan deemanii hin beenneen isaan masakka; karaa guddaa isaan duraan hin beenneen isaan masakka; dukkana isaan afo'otti golgame gara ifaatitti jijjiira; dhooqaa fi gooddallee wol qixxeessa; wonti kunniin maruu waan ani raawwadhu waan ta'eef hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worra ballaa karaa isaan hin beenne irra, daandii dur isaan deemanee hin beenne irra, ani isaan hin sooressa; ani isaan duratti dukkana ifa hin godha; daandii kattattaalle wol hin qixxeessa. Ani tana isaaniif hin godha; isaan hin lakkisu.