Isaiah 42:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI Waaqa guddo nama baasu fed'u, tanaafi inni seerafi barsiisa isaa guddise, aka gumiini isaa beetu fed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi murtii ufii ka dhuga'aa jabeessu'uu fi seera ufiillee gudda'aa fi kabajjamaa godhuu jaalate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchummaa ifiitiif jedhee, seera ifii gudda'aa fi ka ulfinna qabu godhiisa jaalate.