Isaiah 42:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami tokoleeni, ka waan kana ch'aqasu, jira? Armaa achi aka dansaa ch'aqaftu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa namni waan kana xiinxallee waan waan dhufu'uuf ta'uu caqasu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa tana ka caqasu eennu? Waan dhufu'uu jirulle eentu dhage'ee, qalbeeffata?