Isaiah 42:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti worra Israeli harka nama wosaamuti keenne? Nami nu iti ch'ubbamne AABBO Waaqaniti? Nu kara isaa gula yau dinne, seera isale ch'absine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobii ka worra saamuu fi worra roorrisutti dabarsee isaan kenne eennu? ka waan kana godhe Rabbii mii? wonti kun ta'eef waan nu isa yakkinee, karaa inni barbaadu hin deemneef; waan seera isaatiifillee hin ajajamneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob worra saamutti dabarsee ka kenne eennu? Israa'el worra booji'utti dabarsee ka kenne eennu? Mootii Waan Maraa ka nuuti fuula isaa duratti cubbuu hunye sanii motii ree? Nuuti karaa isaa hin hordonne; seera isaatiifille hin ajajanne.