Isaiah 42:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi inni gugubate nuti dallane gaargala woraana keesa nu buuse. Akuma ibida dallansuuni isaa Israeli keesati wo gubde, ammo nu waan suni inhubanne, womale iraa imbaranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf inni lola ufii sodaachisa'aa fi woraana ufii ka nama sodaachisu nutti buuse; Inni naannaya keennatti ibidda qabsiise; nu garuu waan kana maraa hin hubanne; nu gube, garuu nutti hin beessifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni aarii ifii ta bobeettuu fi woraana hamaa nutti fide. Inni bobe'a ibiddaatiin nu marse; nuuti ammoo hin hubanne; bobe'i ibiddaa nu gube; nuuti ammoo hin qalbeeffanne.