Isaiah 42:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ufi jibbaate garaa ilaafu haga lafa ch'ufa keesati d'uga jabeese guututi. Lafti fagoleeni seera isaa guddo teete eegatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni haga lafa irratti haqa fiduuf hin hifatu; abdiillee hin kutu; baniin biyya fagoo jiranillee barumsa isaa dhagayu'uuf hawwan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni haqa biyya lafaa irratti haga fidutti, hin dadhabu, addiille hin kutatu. Worri oddoola keessa le'u seera isaa addii godhatan» jedhe.