Isaiah 42:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi gubba uume ballise, lafafi waan keesa jirale ch'ufa mid'aase, hafuura jireenna nama keesa tau ch'ufaa kenne, Duuba ammatana AABBO Waaqi waan hojatu isaatini jed'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin samiiwwan uumee qacce'ee haga qacce'ee isaan diriirse; ka ardi'ii fi waan lafa irra jiraatu maraa uume, ka bani'ii lubbu'uu fi Hafuura kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi ol-gubbaa dadee diriirse, biyya lafaatii fi waan isii keessa jiru mara ka dade, lafa tana irratti namootaaf hafuura ka kenne, worra lafa irra le'u maraafille jiruu ka kenne,