Isaiah 42:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini balla ila bante, nama hid'aansa dukanaa keesa tau keesaa baafta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ati worra jaamee ija banta; worra mana hidha'aa boolla dukkanaayaa keessatti hidhame hin baafta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ila worra balla'aa akka bantu, worra hidhame akka hiittu, worra dukkana mana hidha'aa keessa jirulle akka baattu si godha.