Isaiah 42:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO, maqaani kiyya sunuma! Anini guddinna kiyya waaqa d'ibii inkennu. Faaru nani faarsani waaqoota d'araatiini infaarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi; maqaan kiyya kana; Waaqoleen biraa ka ulfinna kiyya falman hin jiran; waaqoleen tolfamaan akka galata kiyya qoodaman hin barbaadu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootii Waan Maraa ti; maqaan kiyya isuma kana; ani ulfinna kiyya waaqota dhibi'iif, leellisa kiyyalle waaqota dharaatiif hin kennu.