Isaiah 43:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Israeli, AABBO Waaqi ka isani uume, waan isaaniini jed'u, insodaatina, anati isani baasa. Anini maqumani isani yaama, isani kiyyuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobii! Rabbiin isin uume akkana jedha, «Ani waan isin oolchuuf hin sodaatinaa'a; isin banii kiyya; maqaa keessaniinillee isin waameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, ee Yaaqoob, ka si dade, ee Israa'el, ka si huje, Mootiin Waan Maraa, «Ani waan si wodeef hin sodaatin; ani maqa'aan si waameera, ati kiyya.