Isaiah 43:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan taha hime, duuba isani qarqaaru d'ufe. Waaqi d'ibiini taka waan akana kana intolchine, isani naa d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan durana ta'u'uuf ta'u firrisee dubbadheera; ka isin oolche ana; waaqolee tolfamaa worra ormaa keessaa tokkollee ka waan kana hojjate hin jiru; waan kana maraafuu isin naa raga'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani duraan dursee himeera; isin fayyiseera; isinitti dubbadheera; waaqoti ormaa odduu teessanitti tana hin goone. Ani Waaqa akka te'e isin dhugaa baatota tiyya.