Isaiah 43:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni duula gudda baditi geese duula gaarifi fardaani yau. Worri jige, kau dad'abe, akuma ifse d'aamfani d'aame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra farado'ootii fi konkolaataa fardaa duultota woraanaatii fi worra jajjaboota gara hulee isaan itti badanii isaan fide; isaan kufaniiran; deebi'anii hin ka'an. isaan akka ibsaa dhaamsu'uuf afuufaniititti badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
garreettota fardo'oon harkifamuu fi fardoo, loltootaa fi gootota deebi'anee akka hin kaane, achumatti akka hafanu, akka bobe'a dhaamuu ka dhaanfe,