Isaiah 43:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hareeti anini tolchu eegad'a. Wonti sunini tahuu jirti, isani amma ingartani! Anini lafa aloo kara ke baase, madda bisaani achiti isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammaa achi waan haarawa godha; innillee ammuma mudhata; lafa onaa keessaan karaa baasa; lafa gammoojji'ii keessaan laggiin yaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani waan haareya hin godha; isiin ammuma hin teeti; isin hin hubatanuu? Ani goomolee keessatti karaa, lafa godduu keessalle'etti bisaan hin baasa.