Isaiah 43:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensi alaaleni na guddise, sare diidatifi guchileeni na faarsiti, hojja anini galaana lafa gamooji ke baase gumi anini fohad'e bisaani obaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani banii ufii filadhee bisaan isaanii kennu'uuf lafa gammoojji'ii keessatti laggiin, lafa onaa keessattillee bisaan fincaayaan akka yaa'u godhe busaawaan lafa gammoojji'ii uduu hin hafne na kabajjan; jeedallanii fi guchiiwwan na galatoonfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa tiyya ta filadhe obaasiisaaf, goomolee keessatti bisaan, lafa godduu keessalle'etti lagi akka yaa'u waan godhuuf, bineensoti, jeedalli fi guchiin ulfinna naaf hin kennan.