Isaiah 43:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hit'aana naa imbinne yokhaani gabbinna hori keesanitini na inquufsine. Ammo isani daba keesanini na gaargalchitani, wollaala isani tolchitanini na dad'absiiftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qarshii keessaniin hixaana urgaayu naa hin binne; cooma ciincayeen na hin gammachiifne, isin garuu baay'inna cubbuu keessaniitiin ba'aa natti taatan; baay'inna yakka keessaniitiinillee na hifachiiftan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beesee teetiin dakkara naaf hin binne; yookiin ciincaa coomaa teetille'een dharraa na hin baanne; ammoo cubbuu teetiin ba'aa natti teetee, yakkaa teetiin na dadhassiitte.