Isaiah 43:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaadisa koraa na geesa, na himad'a! Dubbi himad'a, aka d'uga qabdani ufi agarsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Na qaabadhaa'a; dubbii keessan dhiyeeffadha'aatii dhugaa keessan arganii isinii haa raganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan si godhe himadhu me! Waan kana wol falmannuu ti; sirrii akka teete himi.